Qorannoo Hawaasa Zoonii Walqixxummaa Fayyaa South King County

Inishiyeetiviin Zoonii Walqixxummaa Fayyaa yaaddoo fayyaa ariifachiisaa ta'an adda baasuu fi pirojektoota fedhiiwwan addaa isaanii furuuf gargaaran qopheessuu keessatti hawaasa ni deeggara. Waggoota lamaan dhufan keessatti, hawaasni keenya South King County pirojektoota hawaasan adda baafaman deeggaruf maallaqa ni qabaata. Abdii hawaasa keenyaf qabdan dhagahuu barbaanna! Yaada keessan nuuf qooduudhaan akkasumas hawaasa fayya-qabeessa gama hundaan ijaaruuf nu waliin ta'aa.
1.Iimeelii(Required.)
2.Waa'ee South King County keessa jiraachuu maaltu isinitti tola?
3.Maaltu gara South King County isin fide?
4.South King County keessa jiraachuu keessatti qormaata akkamiitu isin mudata?
5.Qorannoo hawaasaa kanaan duraatin, hawaasni kun hojiiwwan dursa kennaniif 4 gurguddoon mana jireenyaa, hojii, geejjibaa, fi eegumsa fayyaa argachuu akka ta’an qoodeera. Ilaalcha keessaniin dhugumatti kunniin wantoota dursa kennamuufidhaa?
6.Dhimmoonni biroo akka hawaasaatti furuu barbaaddan maali?
7.Waggoota 5 dhufan keessatti hawaasa keessaniif abdiin keessan maali?
8.Yeroo ammaa kana South King County keessatti wanti jijjiiruu dandeessan tokko, xiqqaas ta'e guddaa yoo jiraatee maal ta’a?
9.Dhimmoota kanneen keessaa kamiyyuu furuudhaf, humni ykn qabeenyi guddaan hawaasa keessanii maali?
10.Dandeettiiwwan, kennaawwan, beekumsaa fi ogummaalee dhuunfaa keessanii yeroo yaaddan, ciminni keessan guddaan hawaasa keessaniif fiddan maal akka ta'e yaaddu?